Credits

PERFORMING ARTISTS
Dawite Mekonen Geleta
Dawite Mekonen Geleta
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Dawite Mekonen Geleta
Dawite Mekonen Geleta
Songwriter

Lyrics

Amman sijallu anatu bekka Kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Amman sijallu anatu bekka Kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Gadafi gammachu waluman hirmane Wajin bultii jaruf hawine Wal dharane hin hafnuu rarane Guyyan nufis dhufa yoo egnee Amman sijallu anatu bekka Kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Amman sijallu anatu bekka Kessaa garakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Anis sin qaba atis ana qabda Walin hirkoo tanan gadadu Jate jate nama irra magafadhu Jallala dhugatin na jallu Amman sijallu anatu bekka Kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Amman sijallu anatu bekka Kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Kan birra hin kajelu ijanilee Hin laluu an simale kopha hin tolu Kan walii nu yadde midhanifi bishanii Hamma walin jiru lubbunii Amman sijallu anatu bekka Kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Amman sijallu anatu bekka kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Gadafi gammachu waluman hirmane wajin bultii jaruf hawine Wal fudha dharane hin hafnuu rarane guyyan nufis dhufa yoo egnee Amman sijallu anatu bekka kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani Amman sijallu anatu bekka kessaa gerakoo rabii naa argaa Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbegnee
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out