Lyrics

Dhugaan yoo dhugaa dhibee bubbullaan dharaa dhagni koo jigee Waanan sitti himu hin qabu eega atuu ustee na jala diddee An yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo Kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo An yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo Kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo Yoomittummo jaalala quufnee jibbа feetee Mucucaatte maqxe karaarraa dugda laattee Orma natti taatee Hangan beekuu ani simminee atis beektaa Maltu taanan gamana tessee gama laaltaa nama hin beekne taataa Nadhidha dur jaalalli keenyaa ohoo hoo Garamu nuu fidde hammenyaa Maaf ona goote mana kenyaa Osoo qalbin ala si laaltuu ohoo hoo Na jaladhun jaalalan tatuu Ta'us umrii bulu hin qabaatu Taasistus guiaa natti halkanu danda'uuf qophidha ani Bare qalbiin waan sifetee (Kun siin baasu) deebi'i (hin siin baasu) Biyan beekne adeemsaf katee (Kun siin baasu) deebi'i (hin siin baasu) Maal argachumaaf na miita (Kun siin baasu) lakkii (hin siin basuu) Maaf mana ijaarte digdaa (Kun siin baasu) lakki (hin siin baasu) Si kadhadhee yoo dhagesse Na dhagahii yoo dandessee Jaalala har'a itti qoostuu Boru barii gaabban oltuu Koo siin baasu dhiisi sinbasuu (Koo siin baasu lakkii dhiis sinbasuu) (Koo siin baasu dhiisi siin baasu) (Koo siin baasu lakkii dhiis siin baasu) Koo siin baasu Dhugaan yoo dhugaa dhibee bubbullaan dharaa dhagni koo jigee Waanan sitti himu hin qabu eega atuu ustee na jala diddee An yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo Kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo An yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo Kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo Shan jijjiruun ittoo mi'eessu gullichanii Garaan taanan hin tauun ta'aa jalaalanii wal mari tollanii Walin horree shantama yaafnadha an kan eegee Shan bubbul tee shantama taataa yooman beekee ani jaalatan kee Muufatulle siti garankoo ohoo hoo Har'as banaa jira ulaankoo Deebitu keetuma onneenkoo Kee kun waan nama dinqu bayee ohoo hoo Dammi akramitti sitti hadhayee Dhiisi murtee nama machayee Taasistus gunyaa natti halkanii danda'uuf qophidha ani Bare qalbiin waan sifetee (Kun siin baasu) deebi'i (hin siin baasu) Biyan beekne adeemsaf katee (Kun siin baasu) deebi'i (hin siin baasu) Maal argachumaaf na miita (kun siin baasu) lakkii (hin siin basuu) Maaf mana ijaarte digdaa (kun siin baasu) lakki (hin siin baasu) Si kadhadhee yoo dhagesse Na dhagahi yoo dandessee Jaalala har'a itti qoostuu Boru barii gaabban oltuu Koo siin baasu dhiisi sinbasuu (Koo siin baasu lakkii dhiis sinbasuu) (Koo siin baasu dhiis sin basuu) (Koo siin baasu lakkii dhiisi sin basuu)
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out