Music Video

Bada Makoo Tiyyaahoo
Watch {trackName} music video by {artistName}

Featured In

Credits

PERFORMING ARTISTS
Haacaaluu Hundessaa
Haacaaluu Hundessaa
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Haacaaluu Hundessaa
Haacaaluu Hundessaa
Songwriter
Galaanaa Gaaromisaa
Galaanaa Gaaromisaa
Songwriter

Lyrics

Bada makoo tiyya hoo Naf gameera waahuu Dhukkubni Jaalala kee Gaaf tokko hin wayyaa'uu Atis naa hin hubattuu Gadoon koo hin si'aa'uu Uffannaan naa hintoluu Nyaannaan naa,hin sifaa'uu Sakaalameen jiraa Hin dandeenye waahuu Cilaaloottan ol ba'aa kuula too Silaa sin argaa miti kaa,damma too Silaa sin argaa miti kaa Argaa keetan dhama'e damma too Waabee naanna'uu kooti kaa kuula too Waabee naanna'uu kooti kaa Cilaaloottan ol ba'aa kuula too Silaa sin argaa miti kaa damma too Eessaan sin argaa miti kaa Argaa keetan dhama'e damma too Waabee naanna'uu kooti kaa kuula too Waabee naanna'uu kooti kaa Husseen Bunee manni fuullee Manni fullee Coqorsi Dallo margeeraa Ee margeeraa Kolfa malee jibba hinbeektu Jibba hinbeektu Abjuu kiyyaanuu si argeeraa Si argeera Aliyyii Cirriitu beekaa Isa beekaa Karaa dhoombirii dhukaatee Ee dhukaatee Jaalala kee kee na dhamaasee Na dhamaasee Dammumaa birra nati taatee Nati taatee Bada makoo tiyyaa hoo Bada Baaliyyo tiyyaa Ooyruu keessan gamaa Warri kee ni tole garbuu hin qotanii Morma kee lookoo kanaa Baaliyyoo maal qaba otoo suufanii Yuuba kee dugda gubbaa Amma koo too maal qaba otoo boraafatanii Bada makoo tiyya hoo Makoo tiyya hoo Bada makoo tiyya hoo Makoo tiyya hoo Sannatirran as ba'ii Iftuu tiyya hoo Ciaaloorran as ba'ii Iftuu tiyya hoo Gadamsi dinshoo bahee Tullu naanna'ee Jaalala keetiif jedhee Waa meeqa ta'ee Rooba dhabuu hindanda'uu Biqiltuun bunaa Rabbumattan dhiise kaa kiyyaaf kee kanaa Husseen Bunee manni fuullee Manni fullee Coqorsi Dallo margeeraa Ee margeeraa Kolfa malee jibba hinbeektu Jibba hinbeektu Abjuu kiyyaanuu si argeeraa Si argeera Aliyyii Cirriitu beekaa Isa beekaa Karaa dhoombirii dhukaatee Ee dhukaatee Jaalala kee kee na dhamaasee Na dhamaasee Dammumaa birra nati taatee Nati taatee Cilaaloottan ol ba'aa kuula too Silaa sin argaa miti kaa,damma too Silaa sin argaa miti kaa Argaa keetan dhama'e damma too Waabee naanna'uu kooti kaa kuula too Waabee naanna'uu kooti kaa Cilaaloottan ol ba'aa kuula too Silaa sin argaa miti kaa damma too Eessaan sin argaa miti kaa Argaa keetan dhama'e damma too Waabee naanna'uu kooti kaa kuula too Waabee naanna'uu kooti kaa Husseen Bunee manni fuullee Manni fullee Coqorsi Dallo margeeraa Ee margeeraa Kolfa malee jibba hinbeektu Jibba hinbeektu Abjuu kiyyaanuu si argeeraa Si argeera Aliyyii Cirriitu beekaa Isa beekaa Karaa dhoombirii dhukaatee Ee dhukaatee Jaalala kee kee na dhamaasee Na dhamaasee Dammumaa birra nati taatee Nati taatee Husseen Bunee manni fuullee Manni fullee Coqorsi Dallo margeeraa Ee margeeraa Kolfa malee jibba hinbeektu Jibba hinbeektu Abjuu kiyyaanuu si argeeraa Si argeera
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out