Listen to Qal'oo (feat. AB) by Ahadu

Qal'oo (feat. AB)

Ahadu

Hip-Hop/Rap

3,344 Shazams

Credits

PERFORMING ARTISTS
Ahadu
Ahadu
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Naol Hussen
Naol Hussen
Songwriter

Lyrics

አሐዱ Amittii laalee Qalloo qalloo qalloo maaloo Waa si laalee hin dabu qalbiin toluu Qalloo qalloo qalloo maaloo የባሌዋ ቆንጆ ውስጤን አሸነፈች ድንገት ከዓይኔ ገብታ ከልቤ ላይ ዋለች ኧረ ጉድ ኧረ ጉድ ኧረ ጉድ አንቺዬ ቀኑም እንዲሁ መሸ አንቺን ሳስብ ውዬ አይ ውዬ Waanan si godhee An jedhee an jedhee Waanan sitti himuu An jedhee an jedhee Waanan si godhee Waan jedhee waan jedhee Tokkumaan harraa Waan jedhee waan jedhee Waanan sitti himuu An jedhee an jedhee Waanan siin arguu An jedhee An jedhee Waanan sittimee Waan jedhee waan jedhee Tokkumann harraa Waan jedhee waan jedhee Amittii laalee Qalloo qalloo qalloo maaloo An si laalee dhabuu qalbiin toluu Qalloo qalloo qalloo maaloo Oromiffaan hin beekuu Oromiffaan hin beekuu ካንቺ ለመሆን ብዬ ይኸው ትንሽ ተማርኩ Sin barbaadeen dhufe Sin barbaadeen dhufee ከደጅሽ መጣሁና አልኩኝ አካም ነጉማ Waanan si godhee An jedhee an jedhee Waanan sittimuu An jedhee an jedhee Waanan si godhe Waan jedhee waan jedhee Tokkumaan harraa Waan jedhee waan jedhee Waanan sitti himuu Waan jedhee waan jedhee Waanan siin arguu Waan jedhee waan jedheera Waanan sitti himee Waan jedhee waan jedheera Tokkumaan harraa Waan jedhee waan jedheera Qalloo Bareeddu Qalloo Kiyyaa Qalloo Maalii Qalloo Jettuu Qalloo Akkam Qalloo Nagumaa Qalloo Nagumaa Qalloo Maali Qalloo Jirra Qalloo Kunoo Qalloo Maali Qalloo Deemtu Qalloo Hin yaadin Qalloo Harmi koo Qaloo Jettu Qalloo Maali Qalloo Bareeddu Qalloo Kiyyaa Qalloo Tokko Qalloo Lama Qalloo Sadi Qalloo Afur Qalloo Jaya Qalloo Jaya Qalloo Sinjaadhee Qalloo Maali Qalloo Faakhadii Qalloo Bareeduu Qalloo Maali Qalloo Waalallee Qalloo Bareeduu Qalloo Kiya Qalloo Qalloo... Amittii laalee Qalloo qalloo qalloo maaloo Waa si laalee hin dabu qalbiin toluu Qalloo qalloo qalloo maaloo Amittii laalee Qalloo qalloo qalloo maaloo Si laalee hin dabu qalbiin toluu
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out