Lyrics

An otuman sitti hima jedhu Kan ormaa taate maal godhuu Hardha boriitu kana fidee Garaan kommo si malee Kunoo hardhas ammas didee An otuman sitti hima jedhuu Kan ormaa taate maal godhuu Hardha boriitu kana fidee Garaan kommo si malee Kunoo hardhas ammas didee Kunoo hardhas an nan jiraa An gaabbidhaan.quba nyaachaa Takka si dhabee maalan fida Nan jiraadha otuu jeechaa Maaloo na qarqaarii kaa Lakki isaa qarqaarii kaa Maaloo na qarqaarii kaa Mee maalo isa qarqarii kaa An ammayyu jaalala keen Dhibamsisa yoon galee maalan dhiisaa Maloo na qarqaarii kaa Mee maaloo isa qarqaarii kaa An ammayyu otoon arguu Homaa hin arguu Jaalala keetu natti ta'ee daguu Maloo na qarqaarii kaa Mee maaloo isa qarqaari kaa An otuma sitti hima jedhuu Kan ormaa taate maal godhuu Hardha boriitu kana fidee Garaan koommo si malee Kunoo hardhas ammas didee At homaa hin goone badiin kan koo Koodhetti haafeetan si dhabuun koo Otuun sitti himee guyya sana Maafan gaabba maafan raafamaa Maloo na qarqaarii kaa Lakki isaa qarqaarii kaa Maloo na qarqaarii kaa Mee maaloo isa qarqaarii kaa At ammayyu naaf hin beeknee Waan keessa koo Jaalala keen miidhamuu koo Maaloo na qarqaarii kaa Mee maaloo isa qarqaarii kaa At ammayyu naaf hin beekne Enyuutu sitti hima jaalala Keetin nan raarfamaa Maaloo na qarqaarii kaa Mee maloo isa qarqari kaa Maloo na qarqaarii kaa Mee maaloo isa qarqaarii kaa
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out