Lyrics

Nan hima nan himaa Nan hima waa'ee kee Hin callisuu argee Oromiyaa tiyyaa Biyya hayyuu qaroon Biyya gootni mirren Dachee kee irraa margee Nan hima nan hima Qabda seenaa cimaa Nan hima nan hima Qabda seenaa cimaa Nan hima nan himaa Nan hima waa'ee kee Hin callisuu argee Oromiyaa tiyyaa Biyya hayyuu qaroon Biyya gootni mirren Dachee kee irraa margee Nan hima nan hima Qabda seenaa cimaa Nan hima nan hima Qabda seenaa cimaa Kan sittii baqateef Kan sirraa dhalatees Ija tokkoon ilaaltaa Ormaaf fira hin jetuu Kan beela'eef laattaa Hundaaf garaa laaftaa Fuula toleetii ko OROMIYAA Hunda haamaatuu ko OROMIYAA Qabaattee hin waakkattuu OROMIYAA Rakkataa kee hin gattuu OROMIYAA Fuula toleetii ko OROMIYAA Hunda haamaatuu ko OROMIYAA Qabaattee hin waakkattuu OROMIYAA Rakkataa kee hin gattuu OROMIYAA Kannii horee qabuu Isinii hambaan ko Otoon qabuu dhabuu Maaf ta'ee carraan ko Kutaadhaaf amantiin Maaliif wal qoqqoodduu Ilmaan haadha tokkoo Maaliif waliin oodduu Maaloo ya ilmaan koo quxusuu Maaloo ya ilmaan koo hangafaa Maaloo ormayyuu guddisee Dabarseefi boonsee Maa dabaree dhabaa Jettee oromiyaan Jettee harmeen boosee Hin boo'iin oromiyaa tiyyaa Hin boo'iin sooreekoo sooreettii Hin boo'iin otoo nuti jirruu Hin hafatuu booddeetti Biyya KOO oromiyaa tiyyaa Biyya KOO sooreekoo sooreettii Biyya KOO otoo nuti jirruu Biyya KOOHin hafatuu booddeetti Biyya KOO Nan hima nan himaa Nan hima waa'ee kee Hin callisuu argee OROMIYAA tiyyaa Biyya hayyuu qaroon Biyya gootni mirren Dachee kee irraa margee Nan hima nan hima Qabda seenaa cimaa Nan hima nan hima Qabda seenaa cimaa Finca'aafi Gibeen Suma keessa jiruu Dachee keeraa jiruu Dukkana biyyarra Ifatti jijjiiruu Ifatti jijjiruu Bunaaf albuudni kee oromiyaa Madda galii biyyaa oromiyaa Maal dhabdee rakkataa oromiyaa OROMIYAA TIYYA Ya boonsituu tiyyaa oromiyaa Bunaaf albuudni kee oromiyaa Madda galii biyyaa oromiyaa Maal dhabdee rakkataa oromiyaa Ya boonsituu tiyyaa oromiyaa Jiituu boonaaf gannaa Kan uumamaan toltee Jannata ardiittii Kamtuu siin qixxaatee Qabeenyaa kee gamtaan Eggannee guddifnaa Dureettii ta'uukee Addunyaaf mullifnaa Egaa oolmaan kee dachadhaa Egaa yoom himamee dhumaa Egaa qabda seenaa boonsaa Kumaatama kumaa Haadha jechuun biyya jechuun Anaaf oromiyaa dhumaa Biyaa koo Biyya sirna gadaa Biyaa koo Maddaa wal-qixxummaa biyya koo Gaaddisa odaan kee biyya koo Mallattoo eenyummaa hib boo'iin Oromiyaa tiyyaa hin boo'iin Sooreekoo sooreettii Hin boo'iin Otoo nuti jirruu Hin boo'iin Hin hafatuu booddeetti Biyaa koo Biyya sirna gadaa Biyaa koo Maddaa wal-qixxummaa Biyaa koo Gaaddisa odaan kee Biyaa koo Mallattoo eenyummaa OROMIYAA TIYYA
Writer(s): Samuel Alemu, Hachalu Hundessa Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out