Lyrics

Heloo Heloo Heloo Bilbilen bilbilen dadhabe Walen man hin jirtu Takkitii too burqa jalala Ashiita calaa Onne nafutee Essa nara kutee Mee akkam jodhetin if jajabesa Jalala qabe an na wardesa Ogessa jalala essa qubsun tessa Akkua dhaima naala na cisaa Silkii billbile mana dhabnanii Ciracha guute garra wara isanii Oboletii xiqo suta gafananii Garran na hoolate hin jirtuu jananii Heloo heloo heloo Bilbilen bilbilen dadhabe Walen man hin jirtu Takkitii too burqa jalala Ashiita calaa Onne nafutee Essa nara kutee Onnen jalala murachu didee Araas ga kuno dhibee na fidee Oll ka'u gadaa ta'u mudama na fidee Na riifachu banann carqii daarbe kutee Guyyan balama dhufe naannwee Siluma arkee ittin hasawee Walin marametin an ta'a kottawee Jiruun simalee an natii hadhawee Yadda keetiin dhukubadhe An kopha kiyya mal na waya Yadda keetiin dhukubadhe An kopha kiyya mal na waya Xiqqa guudan gandi naggya fayya fayya Xiqqa guudan gandi naggya fayya fayya Yadda keetiin dhukubadhe An kopha kiyya mal na waya Yadda keetiin dhukubadhe An kopha kiyya mal na waya
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out