Lyrics

Deemsa jilbiiba kalessaa Dhabuun duukkanaan kaa ga'ee Dhaabbachuun deemaa haar'aa Siituu dhaabbata naa ta'ee Eebba ulfiina dhaddacha koo Ooltuuf hiraara narraa Gucaa jireenya kootii Haadha dhugaadhaaf Karraa Gucaa jireenya kootii atii Haadha dhugaa fii Karraa Siihiin naa soonaayee Toolee milkiin kan koo Sittuu na badhaasee Wabii jireenya koo Siihiin naa soonaayee Toolee milkiin kan koo Sittuu na badhaasee Wabii jireenya koo
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out