Lyrics

Dharraa ilma namaa Jalgabaaf dhumasaa Tilmaamuuni hin ulfaata Wan hunduma keessaa Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala (Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala) Silaa akkum keenyatii Dhala namaati isaaniis Harraaf carraan gantee Haadhaaf abba dhabaniis Haadhaaf abba dhabuun isaanii Qooda rabbiitii Daa'imman kana gargaaruun Qooda lammiiti Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala (Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala) Daa'imman harraa warri abdii egeree Jiruu gadadootin gobaasaanii falmuu Haadhaaf abba dhabuun isaanii Qooda rabbiiti Daa'imman kana gargaaruun Qooda lammiiti Dharraa ilma namaa Jalgabaaf dhumasaa Tilmaamuuni hin ulfaata Wan hunduma keessaa Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala (Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala) Bona hongee keessattii Bakkeetti coolagnee Beelaan wal gajaanaa Ganna bokkaa keessatti Qaama keenya kichuu Qorraan waxalamnaa Masliifa taanee otoo hin jaalatin Kunoo numa jirraa Kunoo numa jirraa Jiruu gadadootin Dharraa ilma namaa Jalgabaaf dhumasaa Tilmaamuuni hin ulfaata Wan hunduma keessaa Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala (Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala Ilmi namaa daggalaa Turee buleet dabala)
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out