Lyrics

Siif jiraadhee du'uun koo, Silaa waan hin oollee Silaa waan hin oollee... Gaariif hammeenya kee Waliisaan wallaalee Waliisaan wallaalee Anaan na qabattee Anaan na qabattee Maaf anaan na miitaa Beekta anaan anatuu silaa Jiruu keef jiraataa Anaan na qabattee Maaf anaan na miitaa Beekta anaan anatuu silaa Jiruu keef jiraataa Kanan gaabbu Kan na aarsuu Awwaalamaan dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqaan du'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Awwaalamaan dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqaan du'ee Kan si dinqu maqaa keetinan Fira faana gar gar bahee Lammii kootin gar gar bahee Kan si dinquu si filadhus Yaanni Kan kee yoom naaf ta'ee Ofittummaan kee sumaaf ta'ee. Kan si dinquu Kan si dinquu Awwaalaman dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqan du'ee Bifum tokkoon meeqan du'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Awwaalamaan dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqaan du'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Awwaalamaan dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqaan du'ee Garummaa kee kanatu Hammeenya kee kanatu egaa Yoom ifa naaf ta'aa Bifa tokkoon qofa maaloo An meeqan siif du'aa Bifa tokkoon qofa maaloo An meeqan siif du'aa Bifa tokkoon qofa maaloo An meeqan siif du'aa Bifa tokkoon qofa maaloo An meeqan siif du'aa Otoo naaf milkaayee Otoo naaf milkaayee An fira koo kiisee Dhiifamasaanii argadhee Otoon sirraa gar gar bahee Otoo naaf milkaayee Si wajjiin jiraachuun natti hafee Otoon lammii kootti makamee Isan du'ee du'aa ka'ee! Kanan gaabbu Kan na aarsuu Awwaalamaan dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqaan du'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Awwaalamaan dhabduu ta'ee Kanan gaabbu Kan na aarsuu Bifum tokkoon meeqaan du'ee
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out