Lyrics

Ehe ee ahaa ahaa haa hu hu Ho ho hoo ho ho ho hoo Ehe hee ehe hee yaa Madda walaabuu Walabu bakkee hoodaa (tolee) Yaa Qaalluuf Qaalitti Hayyuu iddoo muudaa (tolee) Yoo wal dhabne nu furi Akkum kee durii (tolee) Situ bakkee seenati Tumaa seeraati Sagalee keettan hawwee Talilakee qabbanaa Garaa na raasa anaa Akka Baroo Sheekanaa Sagalee keettan hawwee Talilakee qabbanaa Garaa na raasa anaa Akka Baroo Sheekanaa Fudheen siin lixa Fudheen siin Fudheen siin lixa fudheen siin Fudheen siin Fudheen siin Fudheen siin Fudheen siin Yaa gaara gaarreen caaltu Maaf urriin haguugamte Tasa jirakee dhabna Yaa Abdataa Abdi hundaa Akkamiin fala dhabde Soorgoof sookoo kee dhabnaa Yaa baratti bara sana bara yartuuf Qaawwa bannee ofin of qaqaa baane Yaa waliif abbommiin dhibee hin garreen Facaafamnaan hin jiree Omishanne Shaggar duraa duba yaa kaloo Jabbilee Koottu hin haararamna Booda akka hin gaabbine Koottu hin haararamna Booda aka hin gaabbine Shaggar duraa duba yaa kaloo Jabbilee Koottu hin haararamna Booda akka hin gaabbine Koottu hin haararamna Booda aka hin gaabbine Kootu akkana goona akka nuuf tolutti Walii galuu wayya akka ormi hinaaffutti Fudheen sin lixa fudheen siin Fudheen siin lixa fudheen siin Fudheen siin Fudheen siin Fudheen siin Fudheen siin
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out