Lyrics

Saaree sambaabee baalli qararii (Saaree sambaabee baalli qararii) Baratu tolee gara tolee saaree sambaabee baalli qararii (Saaree sambaabee baalli qararii) Ilma Oromoo nama sanyii lencaan hin dhaabbatan barrii (Nama sanyii lencaan hin dhaabbata barrii) (Nama sanyii lencaan hin dhaabbata barrii) Saaree sambaabee baalli qurquraa (Saaree sambaabee baalli qurquraa) Baratu tolee gara tolee Saaree sambaabee baalli qurquraa (Saaree sambaabee baalli qurquraa) Ilma Oromoo nama sanyii lencaan hin dhaabbatan duraa (Nama sanyii lencaan hin dhaabbata duraa) (Nama sanyii lencaan hin dhaabbata duraa) Ee bisha eeboo (Eeboo) Lola eeboo (Eeboo) Bagama guddaa (Eeboo) Lola eeboo (Eeboo) Gaman bahuttii (Eeboo) Lola eeboo (Eeboo) Karaa hin dheessuu (Eeboo) Lola eeboo (Eeboo) Hamman du'utti (Eeboo) Lola eeboo (Eeboo) Eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa (Eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa) Eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa (Eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa) Saba koo saba gamtaan hunda caaluu (Saba koo saba gamtaan hunda caaluu) Qe'ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu (Qe'ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu) Waamee waamee gootatuu si waamee (Waamee waamee gootatuu si waamee) Boruuf si abdata sitti dhaamee (Boruuf si abdata sitti dhaamee) Salphaa hin seyinii barbada daaraa keessaa Lammii tuqanii maaltu walirraa dheessaa (Salphaa hin sehini barbada daaraa keessaa) (Lammii tuqanii maaltu walirraa dheessaa) Yoollee si lixxee qoraatii dhoqee keessaa Hin yaadda'inii lammitu gumaa baasaa (Yoollee si lixxee qoraatii dhoqee keessaa) (Hin yaadda'inii lammitu gumaa baasaa) Ohoo loli yaa lolee koo (Ohoo loli yaa lolee koo) Ohoo loli yaa lolee koo (Ohoo loli yaa lolee koo) Ahaa ahaa (Ahaa) Loli yaa gootaa (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Loli qoladhuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Haxxiyaa seesaa (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Dheessi baqadhuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Hurufa kuyyuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Loomii magartee (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Sirraa hin dheessuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Lubbuun na marartee (Ahaa) Deebitee oho Gadaan deebitee (Deebitee) Deebitee wal abdachuun deebitee (Deebitee) Deebitee oho Gadaan deebitee (Deebitee) Deebitee wal abdachuun deebitee (Deebitee) Ofii lola lixxee maaliif Waaqa komattaa Qerransa tuqxee fichile eeggadhu jettee Sii wayya gaa sii wayya Sii wayya gaa sii wayya Sii wayya gaa sii wayya ahaa aha Saba koo saba gamtaan hunda caaluu (Saba koo saba gamtaan hunda caaluu) Qe'ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu (Qe'ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu) Waamee waamee gootatuu si waamee (Waamee waamee gootatuu si waamee) Boruuf si abdata sitti dhaamee (Boruuf si abdata sitti dhaamee) Abbaan beeke yeroon of yaaluu malee Mudaamuditti ol baha madaan mogolee (Abbaan beeke yeroon of yaaluu malee) (Mudaamuditti ol baha madaan mogolee) Morma raasti fakkeessuuf sirba sobaa Sanyiin ibiddaa beeki barbadaan si gubaa (Morma raasti fakkeessuuf sirba sobaa) (Sanyiin ibiddaa beeki barbadaan si gubaa) Ohoo loli yaa lolee koo (Ohoo loli yaa lolee koo) Ohoo loli yaa lolee koo (Ohoo loli yaa lolee koo) Ahaa ahaa (Ahaa) Loli yaa gootaa (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Loli qoladhuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Haxxiyaa sensaa (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Dheessi baqadhuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Hurufa kuyyuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Loomii magartee (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Sirraa hin dheessuu (Ahaa) Ahaa ahaa (Ahaa) Lubbuun na marartee (Ahaa) Deebitee oho Gadaan deebitee (Deebitee) Deebitee wal abdachuun deebitee (Deebitee) Deebitee oho Gadaan deebitee (Deebitee) Deebitee wal abdachuun deebitee (Deebitee) Ofii lola lixxee maalif Waaqa komattaa Qerrensa tuqxe fachalee eegadhu jettaa Sii wayya gaa sii wayya Sii wayya gaa sii wayya Sii wayya gaa sii wayya ahaa aha
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out