Lyrics

Iseet hiriyaa'ee iseet hiriyaa'ee (Iseet' hiriyaa iseet hiriyaa iseet hiriyaa) Iseet hiriyaa'ee iseet hiriyaa'ee (Iseet' hiriyaa iseet hiriyaa iseet hiriyaa) Coora Noonnoo Buunnoo bayee Iluubbaaboor yoo beente been yee (Eee) Been yee (Eee yoo beente been yee) Booraan irraan Buree bayee Suphee Mattuu Hurrumuu bayee (Eee) Been yee Eee Daarimuun bayee Hiddinaan hiddi malee yaa kormakoo Maal maqaa haxanxaarii Sirbinaan sirbi malee yaa dammakoo Maal maqaa na gabbarii Gurraalee sayaan booraa yaa kormakoo Gootichoo barii duule An innaan jooruufoo suma ayyaantuuti Ayyaantuuti milkiin tole Iluubbaaboor (Hooyee) Iluubbaaboor (Hooyee) Iluubbaaboor fardi booraa ajjeessaan faachuma kooraa Iluubbaaboor fardi booraa Ajjeessaan faacha kooraa Kooraa malee hin yaabani yaa kiilolee sirbi malee (Kooraa malee hin yaabani yaa kiilolee sirbi malee) Kooraa malee hin yaabani yaa kiilolee sirbi malee (Kooraa malee hin yaabani yaa kiilolee sirbi malee) Eee shooph Irra keessa qotanna sangaa keenya battalli Bar sangaa keenya battalli Irra keessa kofallaa garaa keenya gargari Garaa dhiira hin beekani Kanniisni farsoo hin soortu yaa kormakoo yee Damma biifatti sontii Man'cuufeen daamaarra hin teessu kormakoo yee Eeraquuf daamaa kortii Boorrii booraa ajjeessaan faacha koora Boorrii booraa ajjeessaan faacha koora Abbaankoo duruu jagnaa Abbaankoo duruu jagnaa Saglii lugna hin muudani Afaankee duroo dammaa Afaankee duroo dammaa Maaf soggidda cuubani Abbaankoo duruu jagnaa Abbaankoo duruu jagnaa Saglii lugna hin muudani Afaankee duroo dammaa Afaankee duroo dammaa Maaf soggidda cuubani Dhas godhi sirbi kuullee yaa dammakoo Hortee warra Daallamee As asi dhiisi as koommee yaa dammakoo Argaafan si beellame Deemnullee waan nu argu yaa kormakoo Billaa kichuu hin muranii Waan baaneef erga taanee yaa kormakoo Gammeessa hin takkaalanii Safeefattuu kuulashii sonee mudhiin sabbataa Sonee mudhini sabbataa Yoo sirbituu sirbashii onnee maal na dhiitataa Onneen maaf na dhiittataa Warra Waajjootin sirbuu yaa kormakoo yee Aallee harkaan naasisuu Sirbituu silaa hinkoo yaa kormakoo yee Daabana nan ceesisuu Boorrii booraa ajjeessaan faacha koora Boorrii booraa ajjeessaan faacha koora Yaa tumaa Shengoo Meexxii Tumaan kan Shengoo Meexxii Beekkoon eebilattuudha Waan baaneef silaa taane Ee waan baaneef silaa taane Waa shichi malachuudha Kalaamaayee Kalaamaayee Kalaamaayee ijaa booruu duruu sirraa loluu Kalaamaayee Kalaamaayee Kalaamaayee ijaa booruu duruu sirraa loluu Hambabbeessakee jalaa horasaa budduqfatuu Dargageessakee jalaa dhiiri lama hin dubbatuu Baddaa keessa kaatani maqaa gurreen hin geeraruu Gad baatammoo hin dhuftaree jaallataan garaa hin hiruu Abbiddee korma goolee Kan qaroo diddiimatuu Argita atuu koot malee Korma dhugaa boorratuu Abbiddee korma goolee Kan qaroo diddiimatuu Argita atuu koot malee Korma dhugaa boorratuu Ijaaree kabaa kabaa Dubbii gaaddisaam duruu An deemen nagaa nagaa Shaggeekoo walirraa toluu Saan abbaa jiruu dhaltee Sanbatee narraa fudhuu An abbaa jiruun ta'ee Waan badee barbaaddadhuu Ee'ti hiriyaa Ee'ti hiriyaa Ee'ti hiriyaa Ee'ti hiriyaa Ee'ti hiriyaa Ee'ti hiriyaa
Writer(s): Samuel Alemu, Lencho Gemechu Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out